LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Achiis Museen gara Waaqa dhugaatti ol baʼe; Yihowaanis gaaricha irraa isa waamee+ akkana isaan jedhe: “Mana Yaaqoobiin, jechuunis Israaʼelotaan akkana jedhi:

  • Keessa Deebii 5:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Wanta Waaqni keenya Yihowaan jedhu hundumaa dhagaʼuuf sumatu itti dhihaata; wanta Waaqni keenya Yihowaan siin jedhu hundumaas situ nutti hima; nutis ni dhageenya, hojii irras ni oolchina.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi