LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 25:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Guutummaan biyya kanaa onaa fi wanta sodaachisaa ni taʼa; saboonni kunis waggaa 70f mootii Baabiloniin tajaajiluuf ni dirqamu.”’+

  • Amoos 5:25-27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yaa mana Israaʼel, yommuu waggaa 40f lafa onaa keessa turtanitti,

      Aarsaawwanii fi aarsaawwan akka kennaatti dhihaatan naaf fidaa turtanii?+

      26 Amma Saakuut isa mootii keessan taʼee fi Kiwaan,*

      Fakkiiwwan keessan, jechuunis waaqa urjii ofiif tolfattan baattanii deemtu.

      27 Gara biyya Damaasqoo irraa garasitti argamuutti boojuudhaan akka fudhatamtan nan godha’+ jedha inni maqaan isaa Yihowaa Waaqa Raayyaa taʼe.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi