Keessa Deebii 17:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Isa ajjeesuuf jalqaba ragoonni dhagaadhaan isa haa tuman; sana booda immoo namoonni hundi dhagaadhaan isa haa tuman. Wanta hamaa taʼe of gidduudhaa balleessi.+
7 Isa ajjeesuuf jalqaba ragoonni dhagaadhaan isa haa tuman; sana booda immoo namoonni hundi dhagaadhaan isa haa tuman. Wanta hamaa taʼe of gidduudhaa balleessi.+