Maatewos 10:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Warra dhukkubsatan fayyisaa,+ warra duʼan duʼaa kaasaa, warra dhukkuba nadaayiitiin qabaman fayyisaa, akkasumas jinniiwwan baasaa. Tola waan fudhattaniif, tola kennaa. Hojii Ergamootaa 10:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Hafuurri qulqulluun inni Waaqayyo tola kennu saboota kaan irrattis waan dhangalaʼeef, amantoonni* dhaqna qabatanii fi Pheexirosii wajjin dhufan ni dinqisiifatan.
8 Warra dhukkubsatan fayyisaa,+ warra duʼan duʼaa kaasaa, warra dhukkuba nadaayiitiin qabaman fayyisaa, akkasumas jinniiwwan baasaa. Tola waan fudhattaniif, tola kennaa.
45 Hafuurri qulqulluun inni Waaqayyo tola kennu saboota kaan irrattis waan dhangalaʼeef, amantoonni* dhaqna qabatanii fi Pheexirosii wajjin dhufan ni dinqisiifatan.