Maatewos 26:59 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 59 Yeroo kanatti dura buutonni lubootaa fi guutummaan yaaʼii Saanhedriin,* Yesuusiin ajjeesuuf ragaa sobaa isa irratti barbaadu turan.+
59 Yeroo kanatti dura buutonni lubootaa fi guutummaan yaaʼii Saanhedriin,* Yesuusiin ajjeesuuf ragaa sobaa isa irratti barbaadu turan.+