LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 11:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Erga isa argatee boodas, gara Anxokiyaatti isa fide. Achiis waggaa tokko guutuu isaanii wajjin gumicha keessatti walitti qabaman; namoota hedduus ni barsiisan; barattoonni qajeelfama Waaqayyootiin yeroo jalqabaatiif “Kiristiyaanota” kan jedhaman Anxokiyaa keessatti ture.+

  • Hojii Ergamootaa 22:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Dhiirotaa fi dubartoota hidhee mana hidhaatti dabarsee kennuudhaan, namoota Daandii kana hordofan hanga duʼaatti ariʼadheera;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi