8 Saaʼolis Isxifaanos ajjeefamuu isaa irratti walii galee ture.+
Guyyaa sanatti gumii Yerusaalem keessa jiru irratti ariʼatamni guddaan ni kaʼe; kanaafuu, ergamoota irraa kan hafe hundi isaanii naannoowwan Yihudaa fi Samaariyaa hundumaa keessa bittinnaaʼan.+