LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Warra dhukkubsatan fayyisaa,+ warra duʼan duʼaa kaasaa, warra dhukkuba nadaayiitiin qabaman fayyisaa, akkasumas jinniiwwan baasaa. Tola waan fudhattaniif, tola kennaa.

  • Hojii Ergamootaa 4:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 nuti qoratamaa kan jirru wanta gaarii namicha naafate kanaaf gooneef yoo taʼee+ fi namicha kana kan fayyise eenyu akka taʼe beekuu kan barbaaddan yoo taʼe, 10 namichi kun fayyaa taʼee isin dura kan dhaabbate maqaa Yesuus Kiristoos nama Naazireet+ isa isin muka irratti fannistanii+ fi Waaqayyo garuu duʼaa isa kaaseen+ taʼuu isaa isin hundi keessanis taʼe namoonni Israaʼel hundi beekaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi