44 Namichi duʼe sunis miilli isaa fi harki isaa akka kafanametti gad baʼe; fuulli isaas huccuudhaan maramee ture. Yesuusis, “Irraa hiikaa, haa deemu” isaaniin jedhe.
45 Kanaafuu, Yihudoota gara Maariyaam dhufanii fi wanta inni hojjete argan keessaa hedduun isatti amanan;+