Luqaas 24:30, 31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Utuu isaanii wajjin maaddiitti dhihaatee jiruus, daabboo fuudhee eebbisee, caccabsee isaaniif kennuu jalqabe.+ 31 Yeroo kanatti ijji isaanii guutummaatti waan banameef inni isa taʼuu isaa hubatan; inni garuu isaan jalaa dhokate.+ Yohaannis 21:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yesuus dhufee daabboo sana fuudhee isaaniif kenne, qurxummii sanas akkasuma godhe. 14 Yesuus erga duʼaa kaafamee booda barattootatti yeroo mulʼatu kun siʼa sadaffaa dha.+
30 Utuu isaanii wajjin maaddiitti dhihaatee jiruus, daabboo fuudhee eebbisee, caccabsee isaaniif kennuu jalqabe.+ 31 Yeroo kanatti ijji isaanii guutummaatti waan banameef inni isa taʼuu isaa hubatan; inni garuu isaan jalaa dhokate.+
13 Yesuus dhufee daabboo sana fuudhee isaaniif kenne, qurxummii sanas akkasuma godhe. 14 Yesuus erga duʼaa kaafamee booda barattootatti yeroo mulʼatu kun siʼa sadaffaa dha.+