-
Maarqos 14:70Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
70 Inni ammas ni gane. Yeroo muraasa boodas, warri achi dhaabbatan ammas Pheexirosiin, “Ati nama Galiilaa waan taateef, dhuguma iyyuu isaan keessaa tokko dha” jedhan.
-
-
Hojii Ergamootaa 1:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 “Yaa namoota Galiilaa, maaliif dhaabbattanii gara samii ilaaltu? Yesuus inni isin biraa gara samiitti fudhatame kun, haaluma yommuu inni gara samiitti ol baʼu argitan kanaan deebiʼee ni dhufa” isaaniin jedhan.
-