22 Philaaxosis, “Yesuus isa Kiristoos jedhamu sana maal godhu ree?” isaaniin jedhe. Hundi isaaniis, “Isa fannisi!”+ jedhan. 23 Innis, “Maaliif? Balleessaa maalii hojjete?” jedhe. Isaan garuu, “Isa fannisi!” jedhanii ittuma caalchisanii iyyuu isaanii itti fufan.+