LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 10:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yeroo kanatti Pheexiros akkana jedhee dubbachuu jalqabe: “Waaqayyo akka hin loogne ani amma dhuguma hubadheera;+ 35 kanaa mannaa, saba hundumaa keessaa namni isa sodaatuu fi wanta sirrii taʼe hojjetu isa biratti fudhatama qaba.+

  • Hojii Ergamootaa 11:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo kanatti wanta Gooftaan, ‘Yohaannis bishaaniin cuuphe,+ isin garuu hafuura qulqulluudhaan cuuphamtu’+ jedhee dubbachaa ture sana nan yaadadhe. 17 Maarree, Waaqayyo kennaa tolaa nu warra Gooftaa Yesuus Kiristoositti amanneef kenne sana isaaniifis erga kennee, Waaqayyoon dhowwuu* kanan dandaʼu ani eenyu?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi