1 Tasalonqee 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Phaawulos, Silwaanosii*+ fi Ximotewos+ irraa, gumii Tasalonqee warra Waaqayyo Abbaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaniif: Gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa taʼu. 1 Pheexiros 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ani isin jajjabeessuu fi kun dhuguma gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa taʼuu isaa cimsee ragaa baʼuuf, karaa Silwaanos*+ isan akka obboleessa amanamaatti ilaalu sanaa gabaabsee isiniif barreesseera. Gaarummaa kana keessatti jabaadhaa dhaabbadhaa.
1 Phaawulos, Silwaanosii*+ fi Ximotewos+ irraa, gumii Tasalonqee warra Waaqayyo Abbaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaniif: Gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa taʼu.
12 Ani isin jajjabeessuu fi kun dhuguma gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa taʼuu isaa cimsee ragaa baʼuuf, karaa Silwaanos*+ isan akka obboleessa amanamaatti ilaalu sanaa gabaabsee isiniif barreesseera. Gaarummaa kana keessatti jabaadhaa dhaabbadhaa.