26 Erga isa argatee boodas, gara Anxokiyaatti isa fide. Achiis waggaa tokko guutuu isaanii wajjin gumicha keessatti walitti qabaman; namoota hedduus ni barsiisan; barattoonni qajeelfama Waaqayyootiin yeroo jalqabaatiif “Kiristiyaanota” kan jedhaman Anxokiyaa keessatti ture.+