Hojii Ergamootaa 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroo kanatti namoonni tokko tokko Yihudaadhaa gad buʼanii, “Akka Seera Museetti yoo dhaqna qabattan malee+ fayyuu hin dandeessan” jedhanii obboloota barsiisuu jalqaban.
15 Yeroo kanatti namoonni tokko tokko Yihudaadhaa gad buʼanii, “Akka Seera Museetti yoo dhaqna qabattan malee+ fayyuu hin dandeessan” jedhanii obboloota barsiisuu jalqaban.