Leewwota 17:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba.
13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba.