Hojii Ergamootaa 4:36, 37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yoseef inni ergamoonni Barnaabaas+ (hiikni isaa, “Ilma Jajjabinaa” jechuu dha) jedhanii waaman inni sanyii Leewwii fi lammii Qophros taʼes 37 lafa qaba ture; inni lafa isaa kana gurguree maallaqa isaa fidee ergamootatti kenne.+
36 Yoseef inni ergamoonni Barnaabaas+ (hiikni isaa, “Ilma Jajjabinaa” jechuu dha) jedhanii waaman inni sanyii Leewwii fi lammii Qophros taʼes 37 lafa qaba ture; inni lafa isaa kana gurguree maallaqa isaa fidee ergamootatti kenne.+