-
Hojii Ergamootaa 14:5-7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Namoonni saboota kaanii fi Yihudoonni, bulchitoota isaanii wajjin taʼanii isaan salphisuu fi dhagaadhaan isaan tumuuf yommuu yaalii godhan,+ 6 Phaawulosii fi Barnaabaas kana ni dhagaʼan; achiis magaalota Liqaaʼoniyaa, Lisxiraa fi Darbee jedhaman, akkasumas biyya naannoo sana jirutti baqatan.+ 7 Achittis misiraachicha labsuu isaanii itti fufan.
-