LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 19:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Sababiin isaas, Dimeexiros inni meetii baqsuu fi meetii irraa fakkiiwwan mana qulqullummaa Arxemiis tolche, ogeeyyii harkaatiif galii hedduu argamsiisee ture.+ 25 Inni namoota kanaa fi warra wantoota akkasii hojjetan kaan walitti qabee akkana jedhe: “Namoota nana, badhaadhina keenya kana kan arganne hojii kana irraa taʼuu isaa akka gaariitti beektu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi