LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 12:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yommuu bariʼus, Pheexiros eessa akka dhaqe ilaalchisee loltoota gidduutti jeequmsi guddaan ni uumame. 19 Heroodis cimsee barbaadee yommuu isa dhabu, eegdota sana erga qoratee booda geeffamanii akka adabaman ajaje;+ achiis Yihudaadhaa gara Qisaariyaatti gad buʼee yeroo muraasaaf achi ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi