-
Efesoon 4:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, isin kana booda akka saboonni kaan sammuu faayidaa hin qabneen*+ deddeebiʼanitti akka hin deddeebine+ ani maqaa Gooftaatiin kana nan dubbadha, akkasumas ragaa nan baʼa. 18 Isaan doofummaa waan qabanii fi garaan isaanii waan hadoodeef, sammuun isaanii dukkanaaʼeera; jireenya isa kan Waaqayyoo irraas fagaataniiru.
-