Hojii Ergamootaa 8:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ergamoonni Yerusaalem keessa jiran warri Samaariyaa dubbii Waaqayyoo fudhachuu isaanii yommuu dhagaʼan+ Pheexirosii fi Yohaannisiin isaaniif ergan; Hojii Ergamootaa 8:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achiis Pheexirosii fi Yohaannis yommuu harka isaanii isaan irra kaaʼan,+ namoonni sun hafuura qulqulluu fudhatan.
14 Ergamoonni Yerusaalem keessa jiran warri Samaariyaa dubbii Waaqayyoo fudhachuu isaanii yommuu dhagaʼan+ Pheexirosii fi Yohaannisiin isaaniif ergan;
17 Achiis Pheexirosii fi Yohaannis yommuu harka isaanii isaan irra kaaʼan,+ namoonni sun hafuura qulqulluu fudhatan.