Hojii Ergamootaa 23:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Haa taʼu malee, guyyuma sana galgala Gooftaan isa bira dhaabbatee, “Jabaadhu!+ Akkuma Yerusaalem keessatti guutummaatti waaʼee koo dhugaa baate, Roomaattis dhugaa baʼuu qabda”+ isaan jedhe.
11 Haa taʼu malee, guyyuma sana galgala Gooftaan isa bira dhaabbatee, “Jabaadhu!+ Akkuma Yerusaalem keessatti guutummaatti waaʼee koo dhugaa baate, Roomaattis dhugaa baʼuu qabda”+ isaan jedhe.