-
Yohaannis 14:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Ani Abbaa nan kadhadha, innis bara baraaf akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa* kan biraa isiniif ni kenna;+ 17 inni hafuura dhugaa ti;+ addunyaan waan isa hin arginee fi waan isa hin beekneef fudhachuu hin dandaʼu.+ Taʼus inni isinii wajjin waan jiraatuu fi isin keessa waan jiruuf isin isa ni beektu.
-