1 Ximotewos 4:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ofii keetii fi barumsa barsiistuuf yeroo hunda xiyyeeffannaa kenni.+ Wantoota kanatti cimi; kana yoo goote ofis taʼe warra si dhagaʼan ni oolchita.+
16 Ofii keetii fi barumsa barsiistuuf yeroo hunda xiyyeeffannaa kenni.+ Wantoota kanatti cimi; kana yoo goote ofis taʼe warra si dhagaʼan ni oolchita.+