LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 19:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, namoonni tokko tokko mata jabeeyyii taʼuudhaan amanuu didanii Daandicha+ namoota duratti yommuu arrabsan isaan irraa fagaate;+ achiis barattoota isaan irraa adda baasee, guyyuma guyyaadhaan galma mana barumsaa Xiraanos keessatti haasaa isaaniif kenna ture. 10 Wanti kun waggaa lamaaf waan itti fufeef, Yihudootas taʼan Giriikota, namoonni koonyaa Eeshiyaa keessa jiraatan hundi dubbii Gooftaa ni dhagaʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi