-
Efesoon 1:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Inni ija garaa keessanii isiniif ibseera; kanas kan godhe abdii akkamiitiif akka isin waame, badhaadhinni guddaan inni qulqullootaaf dhaala godhee kennu kan akkamii akka taʼe,+
-
-
Qolosaayis 1:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Abbaa isa dhaala qulqulloota+ warra ifa keessa jiranii irraa hirmaachuuf gaʼumsa akka qabaattan godhe sana galateeffadhaa.
-