-
Hojii Ergamootaa 25:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Ani garuu namni himanni irratti dhihaate tokko warra isa himatanii wajjin fuulleetti wal argee himata isa irratti dhihaate falmachuuf utuu carraa hin argatin, nama gammachiisuuf qofa dabarsanii kennuun seera warra Roomaa akka hin taanen isaanitti hime.+
-