-
Hojii Ergamootaa 23:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Kanaafuu, yaaʼii Saanhedriinii wajjin taʼaatii dhimma Phaawulos caalaatti qorachuu waan barbaaddan fakkeessaatii gara keessanitti akka gad isa fidu ajajaa kumaatti himaa. Nuti immoo inni as gaʼuu isaa dura isa ajjeesuuf qophoofnee eegganna.”
-