Hojii Ergamootaa 21:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Phaawulosis, “Ani Yihudicha+ nama magaalaa Xarsees+ ishii Kiilqiyaatti argamtuu fi beekamtuu taate sanaa ti. Maaloo, uummata kanatti akkan dubbadhu naaf heyyami” isaan jedhe. Hojii Ergamootaa 22:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Ani Yihudicha+ Xarsees ishii Kiilqiyaatti argamtutti dhalate dha;+ taʼus, magaalaa kana keessatti miila Gamaaliʼel jala taaʼeen baradhe;+ Seera abbootii keenyaa cimsee eeguu baradheera;+ akkuma harʼa hundi keessan gochaa jirtanis Waaqayyoof nan hinaafan ture.+
39 Phaawulosis, “Ani Yihudicha+ nama magaalaa Xarsees+ ishii Kiilqiyaatti argamtuu fi beekamtuu taate sanaa ti. Maaloo, uummata kanatti akkan dubbadhu naaf heyyami” isaan jedhe.
3 “Ani Yihudicha+ Xarsees ishii Kiilqiyaatti argamtutti dhalate dha;+ taʼus, magaalaa kana keessatti miila Gamaaliʼel jala taaʼeen baradhe;+ Seera abbootii keenyaa cimsee eeguu baradheera;+ akkuma harʼa hundi keessan gochaa jirtanis Waaqayyoof nan hinaafan ture.+