Hojii Ergamootaa 25:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Feesxos Yihudoota biratti jaallatamuu waan barbaadeef,+ “Gara Yerusaalemitti ol baatee waaʼee wantoota kanaa achitti na duratti murtii argachuu barbaaddaa?” jedhee Phaawulosiin gaafate.
9 Feesxos Yihudoota biratti jaallatamuu waan barbaadeef,+ “Gara Yerusaalemitti ol baatee waaʼee wantoota kanaa achitti na duratti murtii argachuu barbaaddaa?” jedhee Phaawulosiin gaafate.