LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 25:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ani dhuguma balleessaa yoon qabaadhee fi wanta na ajjeesisu akkamii iyyuu yoon hojjedheera taʼe,+ duʼuu hin qabu jedhee hin kadhadhu; himanni namoonni kun na irratti dhiheessan ragaa qabatamaa hin qabu taanaan garuu, namni tokko illee isaaniin gammachiisuuf jedhee dabarsee isaanitti na kennuuf mirga hin qabu. Ani Qeesaaritti ol iyyadheera!”+ 12 Achiis Feesxos gorsitoota isaa wajjin erga mariʼatee booda, “Qeesaaritti waan ol iyyatteef, gara Qeesaar ni dhaqxa” jedhee isaaf deebise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi