-
Hojii Ergamootaa 21:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Yeroo kanatti guutummaan magaalattii kan jeeqamte yeroo taʼu, namoonnis waliin fiigaa dhufanii Phaawulosiin qabanii lafa irra harkisanii mana qulqullummaa keessaa isa baasan; yeruma sanas balbaloonni ni cufaman. 31 Utuu isaan isa ajjeesuuf yaalii gochaa jiranii ajajaan kumaa, Yerusaalem jeequmsaan guutamuu ishii dhagaʼe;
-