-
Yoonaas 1:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Warri doonicha irraa hojjetanis baayʼee waan sodaataniif, tokkoon tokkoon isaanii waaqa isaanii waammachuu jalqaban. Achiis baʼaa isaa salphisuuf jedhanii miʼawwan doonicha irra jiran gara galaanichaatti daddarbachuu jalqaban.+ Yoonaas garuu gara kutaa doonichaa isa keessaatti* gad buʼee achi ciise; hirribni cimaanis isa fudhatee ture.
-