LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 19:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Inni Yerusaalemitti dhihaatee waan tureef, isaanis Mootummaan Waaqayyoo yeruma sana mulʼata jedhanii waan yaadaniif,+ utuma isaan wantoota kana dhaggeeffachaa jiranii fakkeenya kan biraa isaanitti hime.

  • Luqaas 24:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Nuti garuu namichi kun Israaʼeliin bilisa baasa jennee abdannee turre.+ Kana hundumaa malees, wantoonni kun erga taʼanii harʼa guyyaa sadaffaa isaa ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi