LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Ani Seericha yookiin barumsa raajotaa diiguuf waanan dhufe isinitti hin fakkaatin. Ani diiguuf utuu hin taʼin, raawwachuufan dhufe.+

  • Roomaa 8:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Seerichi cubbuu namootaatiin kan kaʼe dadhabaa waan taʼeef,+ cubbuu balleessuu hin dandeenye;+ kanaafuu, Waaqayyo cubbuu balleessuuf Ilma isaa+ fakkeenya namoota cubbuu dhaalaniitiin+ ergeera; kana gochuudhaanis cubbuu foon keessa jirutti murteessa; 4 kana kan godhes, ulaagaawwan qajeeloon Seericha keessa jiran nu warra akka fooniitti utuu hin taʼin, akka hafuuraatti deddeebinu+ keessatti akka raawwatamaniifi.+

  • Roomaa 13:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu;+ kanaafuu, namni nama jaallatu seericha akka gaariitti raawwata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi