Ibroota 11:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Haa taʼu malee, inni Waaqayyo duʼaa isa kaasuu illee akka dandaʼu yaadee ture; akka fakkeenyaatti ilma isaa duʼa jalaa deebisee argateera.+
19 Haa taʼu malee, inni Waaqayyo duʼaa isa kaasuu illee akka dandaʼu yaadee ture; akka fakkeenyaatti ilma isaa duʼa jalaa deebisee argateera.+