LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 13:38, 39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 “Kanaafuu, yaa obbolootaa, dhiifamni cubbuu karaa isaa argamu isiniif lallabamaa akka jiru hubadhaa;+ 39 Seerri Musee qajeelaa isin gochuu hin dandeenye;+ haa taʼu malee, duʼa namicha kanaatiin kan kaʼe Waaqayyo nama amanu kam iyyuu qajeelaa jedhee ni waama.+

  • Ibroota 9:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 dhiigni Kiristoos+ isa hafuura bara baraatiin mudaa malee ofii isaa Waaqayyoof dhiheesse sanaa, Waaqa jiraataadhaaf tajaajila qulqulluu dhiheessuu akka dandeenyuuf+ qalbii keenya hojiiwwan duʼan irraa caalaatti hin qulqulleessuu ree?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi