2 Qorontos 5:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 kanaanis Waaqayyo cubbuu isaanii utuu isaanitti hin lakkaaʼin,+ karaa Kiristoos addunyaa ofitti araarsaa ture;+ ergaa araarsuu kanas imaanaadhaan nutti kenneera.+
19 kanaanis Waaqayyo cubbuu isaanii utuu isaanitti hin lakkaaʼin,+ karaa Kiristoos addunyaa ofitti araarsaa ture;+ ergaa araarsuu kanas imaanaadhaan nutti kenneera.+