Roomaa 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaan kan kaʼes, cubbuun karaa nama tokkoo addunyaatti gale, duutis karaa cubbuu dhufe;+ kanaafuu, namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif, duuti namoota hundumaa waliin gaʼe.+ Roomaa 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Haa taʼu malee, namoota cubbuu Addaam ajajamuu diduudhaan hojjetee wajjin wal fakkaatu hin hojjenne irratti illee, duuti Addaamii kaasee hanga Museetti mootii taʼeera; Addaam isa booda dhufu sanaaf fakkeenya ture.+
12 Kanaan kan kaʼes, cubbuun karaa nama tokkoo addunyaatti gale, duutis karaa cubbuu dhufe;+ kanaafuu, namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif, duuti namoota hundumaa waliin gaʼe.+
14 Haa taʼu malee, namoota cubbuu Addaam ajajamuu diduudhaan hojjetee wajjin wal fakkaatu hin hojjenne irratti illee, duuti Addaamii kaasee hanga Museetti mootii taʼeera; Addaam isa booda dhufu sanaaf fakkeenya ture.+