Faarfannaa 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni labsu;+Hawaan hojii harka isaa ni lallaba.+ Hojii Ergamootaa 14:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 taʼus wanta gaarii gochuudhaan, jechuunis samii irraa bokkaa roobsuudhaan, waqtiilee firii qaban isiniif kennuudhaan,+ akkasumas nyaata akka quuftanii fi garaan keessan gammachuudhaan akka guutamu gochuudhaan+ waaʼee ofii isaa dhugaa baʼeera.”+
17 taʼus wanta gaarii gochuudhaan, jechuunis samii irraa bokkaa roobsuudhaan, waqtiilee firii qaban isiniif kennuudhaan,+ akkasumas nyaata akka quuftanii fi garaan keessan gammachuudhaan akka guutamu gochuudhaan+ waaʼee ofii isaa dhugaa baʼeera.”+