Roomaa 5:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Kun kan taʼe maaliifi? Akkuma cubbuun duʼaa wajjin mootii taʼe,+ gaarummaa guddaan inni karaa Yesuus Kiristoos Gooftaa keenyaa jireenya bara baraatti geessus karaa qajeelummaa mootii akka taʼuufi+
21 Kun kan taʼe maaliifi? Akkuma cubbuun duʼaa wajjin mootii taʼe,+ gaarummaa guddaan inni karaa Yesuus Kiristoos Gooftaa keenyaa jireenya bara baraatti geessus karaa qajeelummaa mootii akka taʼuufi+