2 Pheexiros 2:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ofii isaaniitii garboota badiisaa taʼanii utuu jiranii, bilisa baatu jedhanii waadaa isaaniif galu;+ namni tokko nama kan biraatiin yoo moʼame inni nama sanaaf garbicha dha.*+
19 Ofii isaaniitii garboota badiisaa taʼanii utuu jiranii, bilisa baatu jedhanii waadaa isaaniif galu;+ namni tokko nama kan biraatiin yoo moʼame inni nama sanaaf garbicha dha.*+