LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 8:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Sammuun foon irratti akka xiyyeeffatu gochuun duʼa fida;+ sammuun hafuura irratti akka xiyyeeffatu gochuun garuu jireenyaa fi nagaa fida;+

  • Galaatiyaa 5:19-21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Hojiiwwan foonii ifatti mulʼatu: Isaanis halalummaa,*+ xuraaʼummaa, addaggummaa,*+ 20 waaqolii tolfamoo waaqeffachuu, gocha hafuurota hamoo raawwachuu,*+ diinummaa, lola, hinaaffaa, aariidhaan finiinuu, gargar baʼuu, wal qoqqooduu, garee amantii uumuu, 21 goomachuu, machii,+ gadhiisii* fi wantoota kana fakkaatani dha.+ Akkuman kanaan dura isin akeekkachiise waaʼee wantoota kanaa irra deebiʼeen isin akeekkachiisa; namoonni wantoota akkasii raawwachuu amaleeffatan Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi