1 Qorontos 9:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Kana malees, namni dorgommii irratti hirmaatu* kam iyyuu waan hundumaa irratti of toʼata. Isaan gonfoo badu argachuuf kana godhu;+ nuti garuu gonfoo hin badne argachuuf kana goona.+
25 Kana malees, namni dorgommii irratti hirmaatu* kam iyyuu waan hundumaa irratti of toʼata. Isaan gonfoo badu argachuuf kana godhu;+ nuti garuu gonfoo hin badne argachuuf kana goona.+