Roomaa 5:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Seerichi utuu hin kennamin cubbuun addunyaa keessa ture; taʼus yeroo seerri hin jirretti namni tokko illee cubbuu hojjetteetta jedhamee hin himatamu ture.+
13 Seerichi utuu hin kennamin cubbuun addunyaa keessa ture; taʼus yeroo seerri hin jirretti namni tokko illee cubbuu hojjetteetta jedhamee hin himatamu ture.+