2 Qorontos 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sababiin isaas, “Dukkana keessaa ifni haa ifu”+ kan jedhe Waaqayyo dha; inni beekumsa Waaqayyoo isa ulfina qabeessa taʼe sana karaa fuula Kiristoos garaa keenya irratti ibseera.+
6 Sababiin isaas, “Dukkana keessaa ifni haa ifu”+ kan jedhe Waaqayyo dha; inni beekumsa Waaqayyoo isa ulfina qabeessa taʼe sana karaa fuula Kiristoos garaa keenya irratti ibseera.+