Isaayyaas 50:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni qajeelaa taʼuu koo dubbatu natti dhihoo jira. Eenyutu na himachuu* dandaʼa?+ Mee waliin haa dhaabbannu.* Kan na himatu eenyu? Mee natti haa dhihaatu.
8 Inni qajeelaa taʼuu koo dubbatu natti dhihoo jira. Eenyutu na himachuu* dandaʼa?+ Mee waliin haa dhaabbannu.* Kan na himatu eenyu? Mee natti haa dhihaatu.