2 Qorontos 4:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Nuti karaa hundumaan gad dhiibamna, garuu sochoʼuu hin dadhabnu; ni burjaajofna, garuu karaa itti keessaa baanu hin dhabnu;*+ 9 ni ariʼatamna, garuu hin gatamnu;+ rukutamnee kufna, garuu hin badnu.+
8 Nuti karaa hundumaan gad dhiibamna, garuu sochoʼuu hin dadhabnu; ni burjaajofna, garuu karaa itti keessaa baanu hin dhabnu;*+ 9 ni ariʼatamna, garuu hin gatamnu;+ rukutamnee kufna, garuu hin badnu.+